Hayilee Fidaa Kumaa! Maqaa Qubee Afaan Oromoo fi siyaasa ammayyaa Itoophiyaa keessatti kaleessaa hanga har’aatti ka’u, boorus hin dagatamne. Seenaa biyyaa qoratee, siyaasaafi falaasama addunyaa ...